January 24, 2026

Fayyadamtonni 8,889 ta’an gargaartamummaa irra gara oomishtummaatti ce’uun eebbiffamaniiru.

Magaalaa Bishooftuutti fayyadamtonni sagantaa wabii nyaata fi foyyaa'insa jireenya abbaa warraa 2,540 namoota 8,889 ta'an gargaartamummaa irra gara oomishtummaatti ce'uun eebbiffamaniiru. Fayyadamtonni kunnen hojiiwwan qulqullina magaalaa, kunuunsa naannoo (Misooma Sululaa), bu'uuraalee misooma kannen akka mana fincaanii, daree dabalata kutaa

[post-views]
November 16, 2024

Ministirri Muummee Temesgen Tiruneh Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee misoomaa daawwataniiru

Ministirri Muummee Temesgen Tiruneh Ministeera Magaalaa fi Bu'uuraalee misoomaa daawwatan Addis Ababa, Adoolessa 18, 2017 (FBC)Itti aanaan muummicha ministeeraa Temesgen Tiruneh hojiiwwan riifoormii Ministeera Magaalaa fi Bu'uuraalee misoomaa (Dr.) fi Ministira Galiiwwanii Aadde. Ainalem Nguse hirmaateera off" jedhe.

[post-views]
November 16, 2024

Warshaa Simmintoo Lammii Naashinaal guyyaatti simmintoo kuntaala 150,000 homishuu danda’u eebbifnee hojii jalqabsiifneerra.

Warshaa Simmintoo Lammii Naashinaal guyyaatti simmintoo kuntaala 150,000 homishuu danda'u eebbifnee hojii jalqabsiifneerra. Piroojektiin meeggaan kun hejjennoo mootummaa keenyaa cimaa kan ta'e saffisa, guddinaafi qulqullinaan ijaaruu danda'uutiif agarsiiftuudha. Misoomawwan bu'uraa baay'ee barbaachisaa ta'an saffisaafi gahumsaan xumuranii qoohee taasisuu danda'uuf

[post-views]
November 16, 2024